Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministira Geejjibaa fi Loojistiksii Saa’ud Arabiyaan durfamu Tarminaala Buufata Mojoo daawwate

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Saa’ud Arabiyaa Saalaahii Been Naasir Al Jaasir Tarminaala Buufata Mojoo daawwateera.

Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee fi jilichi waliin ta’uun Buufata kana daawwachuu ragaan Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksiirraa argame ni mul’isa.

Jilli Saalaahii Been Naasir Al Jaasirin durfamu kun wayit Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’u Dooktar Alamuu Simee fi hoggantoota Ministeera Dhimma Alaan simatameera.

Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.