Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii “Compact with Africa” irratti hirmaatan

Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii “Compact with Africa” irratti hirmaataniiru.

Bara 2017 Pireezidaantummaa Jarmaniin kan eegale Yaa’iin biyyoota garee 20’n “Compact with Africa” jijjiiramarratti kan xiyyeeffatee ta’uun, biyyoota Afrikaa, tumsitoota garee 20 fi qaamolee biroo gidduutti waltajjii marii ta’uun eerameera.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadis waltajjii marii walta’iinsa diinagdee fi damee dhuunfaa cimsuurratti xiyyeeffaterratti hirmaachuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.