Fana: At a Speed of Life!

Sirna daldala boba’aa dijitaalaan gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Erga Sirna daldala boba’aa dijitaalaan hojiirra ooluu eegalee gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise.

Daldalli Boba’aa Diijitaalaan raawwatamuun bu’aa hedduuu argamsiisuu Abbaa taayitichaatti Daayrektarri Qorannoo fi Qo’aannoo Bu’aa Istaandardii Daldalaa Obbo Lammeessaa Tulluun ibsaniiru.

Keessattuu Dadddabarsa Kontiroobaandii to’achuu, qisaasa’a boba’aa hir’suu fi sirna daldala boba’aa si’ataa taasiisuurratti gumaacha olaanaa qabaachuu ibsaniiru.

Erga sirni kun hojiirra ooluu eegalee hanga abbaatti bittaa fi gurgurtaan boba’aa Birrii biiliyoona 124 raawwachuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.