Fana: At a Speed of Life!

Kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiraman

Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiramuun namoonni bakka jiran ta’anii fayyadamuu akka danda’an taasifamuu Daayrektarri Olaanaa Mana Kitaabichaa Injiinar Wubaayyoo Maammoo himan.

Mana kitaabichaatti kitaabilee kuma 400 ol argaman dubbistoonni saffisaan argachuun akka itti tajaajilaman taasifamuu ibsaniiru.

Haaluma kanaanis kitaabilee kuma 100 ol gara dijitalaatti jijjiiruun namoonni bakka jiran ta’anii akka fayyadaman taasifamuu Iniinar Waabaayyoon dubbataniiru.

Manni kitaabichaa baatiiwwan sadan darban tajaajilamtoota kuma 900 caalan keessummeessuu himuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.