Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti Warshaan baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegale

Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Warshaan EZM jedhamu baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii beeksise.

Warshaan oomisha galtee ijaarsaa oomishu kun Paarkii Indaastirii Adaamaa keessatti ijaaramuun har’a hojii eegaluu ibsameera.

Ijaarsa isaaf Doolaarri miiliyoonni 14.5 ol baasii itti ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.