Fana: At a Speed of Life!

Shira diinni keessaa fi alaa biyya jeequuf xaxaa jiru fashaleessuun barbaachisaadha – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa

Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Shira diinni keessaa fi alaa biyya jeequuf xaxaa jiru fashaleessuun barbaachisaa ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ibsan.

Olola Jibbiinsaa fi maqa baleessii Raayyaa Ittisaarratti diinni tamsaasaa jiru qolachuun murteessaa ta’uu kaasaniiru.

Miseensonni kabajaa Qondaaltoota Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaaf badhaasaa fi galata gumaachaniiru.

Fiild Maarshaal Birhaanuun kennaa laatameefiif galateeffachuun, seenaa dhalootaf darbu naaf gumaachitan jedhan.

Shira diinni keessaa fi alaa wal nu nyaachisuuf xaxaa jiran fashaleessuun, duula maqaa balleessii Raayyaa Ittisaarratti adeemaa jiru qolachuun murteessaa ta’uu hubachiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.