Fana: At a Speed of Life!

Jimaan Karaa seeraan alaa gara alaatti ba’uuf ture Kiiloo Giraamni 500 to’atame

Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Jimaan Karaa seeraan alaa karaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleen gara alaatti ba’uuf ture Kiiloo Giraamni 500 to’atamuu ibsameera.

Finfinnee ka’uun gara Ingiliiz Magaalaa Landanitti geejjibsiifamuuf kan ture Jimaan Kiiloo Giraamni 500 Buufata Gumrukaa Damee Booleetti to’atamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa beeksiiseera.

Jimaan Korojoo 16n Saamsamuun karaa seeraan alaa gara alaatti ergamuuf ture kun to’annoo fi hordoffii taasiifamaa tureen to’aatamuu tajaajilichi ibseera.

Shakkamtoonni Jimaa kana alatti erguuf sochiirra turan lammiileen biyyoota alaa 8 to’atamuun dhimmi isaanii qoratamaa jiraachuu himameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.