Fana: At a Speed of Life!

Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 marsaa 2n Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’uu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen ibsaniiru.

Dhiibbaa xinsammuu, qaamaa fi hamilee godaansi lammiileerraan ga’u ittisuuf godaantoonni kunneen gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu Ambaasaaddar Birhaanuun fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Lammiileen kunneen hawaasaa fi of fayyaduu itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an dhaamaniiru.

Guyyoota muraasaan duras Godaantoonni 139 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.