Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Dhaabaa Dabaleen hoggantoota olaanoo Dhaabbata JIBH waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Jaappaanitti Ambaasaaddarrii fi ergamaan addaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dhaabaa Dabaleen hogganaa olaanaa Dhaabbata Indaastirii fi Waldaa Oomisha Ijaarsa Meeshaalee Manaa Idil Addunyaa Jaappaan Kuuniihiiroo Hashiimootoo waliin mari’ataniiru.

Itiyoophiyaatti fedhii Meeshaalee Ijaarsa Manaa guddachaa dhufe furuuf haala tumsa Teeknooloojii fi muuxannoo waljijjiiruun danda’amurratti mari’ataniiru.

Yeroo itti aanu qooda fudhattoota biyyoota lamaanii haala hirmaachiseen mariin kan taasiifamu ta’uu ibsameera.

Hoggantoonni Olaanoon JIBH maricharratti hirmaachuu Tookiyootti ragaan Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.