Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwataniiru.

Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittafaa fi hoggantoonni olaanoon ministeerichaa Peetir Fiyaalaaf simannaa taasisaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.