Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii Atileet Daraartuu Tulluu Badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii lammiilee alaaf kennamu Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu Badhaaseera.
Atileet Daraartuu Tulluun hariiroo Dippiloomaasii damee Ispoortiin Itiyoophiyaa fi Jaappaan gidduu jiru cimsuuf hojiilee hojjetteef badhaasni kun kennamuufii ibsameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.