Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessaan hojjechuun cimee itti fufuu qaba – Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii baatiwaan sadiin darbanii gaggeessaa jira.
Gamaaggamicharratti hasaawaa kan taasiisan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ordiin Badiriin gamaaggamichi,dhugaa, qajeelfamaa fi beekkumsaa irratti hundaa’uun faayidaa uummataarratti haala xiyyeeffatee ta’uu ibsaniiru.
Gamaaggamichi ciminaa itti fufsiisuun, hanqinoota sirreessuun ergama fuula duraa waloon milkeessuuf kan fayyaduu ta’uu eeraniiru.
Madaallii raawwii hojii kana ka’umsa godhachuun kallattii furmaataa kaa’uu, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun jijjiirraa hoggansaafi itti gaafatamummaa lafa qabsiisuuf ni hojjatama jechuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannnicharra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.