Fana: At a Speed of Life!

MM Isiraa’eel lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan hubachiisan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Isiraa’eel Beenjaamiin Netaaniyuun lammiileen biyyattii Waraana rakkisaa fi yeroo dheeraaf akka of qopheeesan waamicha dhiyeessan.

Beeniyaamii Netaaniyuun lolli Hidhattoota Hamaas waliin gaggeessaa jiran tarkaanfiin waraanaa boqonnaa 2ffaa eegaluu ifoomsaniiru.

Lammiileen Isiraa’eel waraana dheeraa fi rakkisaa fuldura jiruuf qophii barbaachisu akka taasiisan hubachiisaniiru.

Waraanni Hamaas waliin gaggeeffamaa jiruv waraana bilisummaa 2ffaa biyyattii ta’uu eeraniiru.

Waraanni Gaazaa Sarxi waraana cimaa fi yeroo dheeraa ta’a jedhan ibsa miidiyaaleef kennaniin.

Erga lolichi eegalee hanga ammaatti lubbuun lammiilee kuma 8 olii darbuu Ministeerri Fayyaa Filisxeem ibsuu RTn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.