Fana: At a Speed of Life!

Kutaalee Magaalaa Shaggaritti hojiileen misoomaa daawwataman

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar kutaalee garaagaraatti hojiilern misoomaa daawwatamaniiru.

Kutaa magaalaa Galaan Guddaa, Sulultaa, Mana Abbichuu, Furii, Sabbataa fi Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti hojiileen misoomaa garaagaraa daawwatamaniiru.

Inisheetiviiwwan misooma dammaa, horsiisa lukkuu, loon aannanii, Furdisa loonii, Booyyee, Qamadii fi Sheediwwan kilaasteraan hojjetaman dabalatee hojiilee misooma qonnaa garagaraa daawwatamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Bulchiinsa Magaalaa Shaggarirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.