Fana: At a Speed of Life!

Godina Koontaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Godina Koontaa Aanaa Naannawaa Ammayyaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.

Namoonni lubbuun darban miseensota maatii tokkoo ta’uu eerameera.

Oomishni lafa hektaara 5.5 irra tures barbaadaa’uu ragaan Waajjira Kominikeeshninii godinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.