Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwatte

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwachuu gabaafame.

Haleellichi Giddugala Hidhattootaa Iraaniin deeggarsaman irratti kan xiyyeeffate ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Ameerikaa beeksiseera.

Haleellaan Baha Sooriyaa iddoolee lamatti raawwate kun ajaja kallattii Pireezidaantii Ameerikaa Joo Baayidaniin ta’uu ibsameera.

Haleellaa Waraana Ameerikaa Iraanii fi Sooriyaatti argamurratti tibbana raawwateef deebii kan laate ta’uu eerameera.

Haleellichi lola Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiruun hidhata kan hin qabne ta’uu RT gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.