Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaaf ergaa Baga Gammaddanii dabarse

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaaf ergaa baga gammaddanii dabarseera.

Pirofeessar Gabbisaa Ejjetaan damee saayinsiin badhaasa meedaaliyaa biyyaalessaa Ameerikaa argachuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan Ministeerri Dhimma Alaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.