Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa daawwataman

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa kutaalee hawaasaa garaagaraan daawwatamaniiru.

Jilli Hoggansaa Aanaalee Godina Harargee Bahaa Bulchituu Bulchiinsa Godinichaa Aadde Miskii Mahaammediin durfamaa hojiilee misoomaa Aanaa Cinaakseen keessatti hojjetamaa jiran daawwateera.

Godina Baalee Bahaattis Hojileen Misoomaa kutaalee hawaasaa adda addaa daawwatameera.

Hojiileen Misoomaa Aanaalee Godinichaa garaagaraa keessatti hojjetaman daawwatamaniiru.

Akkasumas Godina Buunnoo Beddelleetti hojiileen misoomaa garaagaraa kutaalee hawaasaa adda addaan daawwatameera.

Aanaa Daaboo Haannaatti hojiilee misooma qonnaa garaagaraa daawwatameera.

Hinkoosaa Abdiisaa fi Waajjiralee Kominikeeshinii godinaalee kanneeniitu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.