Chaayinaan Mankuraakura nama baattu furguuggisuufi
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Chaayinaan Mankuraakura nama baattu gara Hawwaatti furguuggisuuf ta’uu Dhaabbanni Qorannoo Hawaa biyyattii beekksise.
Mankuraakurri ‘Sheenzhuu -17’ jedhamtu har’a qorattoota hawaa 3 qabattee gara Hawaatti kan furgugsamtu ta’uu RT gabaaseera.
Giddugala Hawaa Kaaba Lixa Chaayinaatti argamuu kan furgugsamtu ta’uu eerameera.
Ergama ishee raawwachuuf hanga bara Faranjootaa 2024 baatii Eebilaatti hawaarra kan turtu ta’uu ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.