Fana: At a Speed of Life!

Luusiwwan har’a gita isaanii Naayijeeriiyaa waliin taphatu

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Olompikii gita isaa Naayijeeriiyaa ni taphata.

Taphni gulaallii jalqabaa gulaallii marsaa 2ffaa kun har’a waaree boodaa sa’aatii 9:30 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti kan taphatamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.