Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiyyii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Irbaataa Pireezidaanti Shii Jiinpiingi qopheessanirratti argaman

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon simannaa Irbaataa Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi fooramii ‘Belt and Road’f qopheessanirratti argamaniiru.

Dooktar Abiyyii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon fooramii idil addunyaa Chaayinaa ‘Belt anda Road’ 3ffaarratti hirmaachuuf Chaayinaa magaalaa Beejingi galuun kan yaadatamuudha.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.