Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan Isiraa’eeliif yeroo 2ffaaf Doonii Xiyyaara Waraanaa baatu deeggarsa taasiifte

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Ameerikaan Isiraa’eeliif yeroo 2ffaaf Doonii Xiyyaara Waraanaa baatu ‘Diwaayit Eeyizan Haawar’ jedhamu deeggarsaaf gara Galaana Meediitiraaniiyaaniitti ergiteerti.

Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas cimee itti fufuu Aljaziiraan gabaaseera.

Haleellaa Isiraa’eel xiyyaaraan raawwatteen hanga ammaatti lammiileen Filisxeem kumni 2 fi 329 ajjeefamuu fi kumni 9 fi 700 madaa’uu ibsameera.

Haleellaa Hamaas raawwateen ammoo lammiileen Isiraa’eel kumni 1 fi 300 yoo ajjeefaman, kumni 3 fi 400 miidhamuu eerameera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.