Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin hoggantootaa Olaanoo fi giddugaleessaa paartichaa Arbaamincitti eegale

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Leenjiin Hoggantoota Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa naannolee hundaa hirmaachise kennamuu eegaleera.

Leenjichis marsaa 2ffaaf Magaalaa Arbaamiinchitti gaggeeffamaa jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.

Aadde Adaanech gama miidyaa hawaasumma isaaniin, Paartiin Badhaadhinaa, ilaalchota heddumminaaf beekamtii hinkennine, liqiiwwan seenaa ciraa, dhaloota dhufuuf seenaa biyya bitu uumuuf hooggantoota ogummaan, muuxannoon, naamusaan ijaaruu fi beekumsaan gahoomsuuf leenjiiwwan babal’aa kan kennamu ta’uu eeruun, kunis fayyadamummaa uummata fi nagaa mirkaneessuuf caalmaatti dandeettii kan uumuudha jedhan.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.