Fana: At a Speed of Life!

Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate

Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate.

Ameerikaa kan jiraatu lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 Hiiman Baqqalaa badhaasa Saayintistootaa guddatoo bara 2023 injifateera.

Hiiman, badhaasicha kan argate, pirojektii Saamunaa kaansarii gogaa ittisu dhiyeessuun, guddattootaa sadarkaa isaan waliin dorgomuun injifachuun eerameera.

Hiiman dorgommicha injifachuun Badhaasaa Doolaara kuma 25 kan argatee fi gulantaa “Saayintistii Guddataa Olaanaa Ameerikaa” kennamuufiin himameera.

Fuuldurattis saayintistoota olaanoodhaan leenjii olaanaa akka argatu carraan kan mijatuuf ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.