Fana: At a Speed of Life!

Qabxii Olaanaan Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO 637 galmaa’e

Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaatti qabxii olaanaan 637 galmaa’e.

Waldichi akka beeksisetti, barattoonni Bultii Addaa qabxii boonsaa galmeessaniiru.

Barattoota mana barumsichaa qormaataa biyyaalessaa fudhatan 144 keessaa barattoonni %99.3 qabxii seensaa Yuunivarsiitii kan galmeessan yoo ta’u, qabxii olaanaan 637 galmaa’uu ragaan waldicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.