Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddu gala Gabaa Taayiwaan deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii miiliyoona 30 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalaa Jigjigaatti giddu gala Gabaa Taayiwaan balaa Ibiddaan gubate deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii miiliyoona 30 deeggarsa taasiiseera.

Magaalaan Finfinneen sagantaa galii walitti qabuu qopheesseen deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 20 fi akaakuu Birrii miiliyoona 10 walitti qabuun deeggarsa taasisuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.