Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessan

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessaniiru.

Ministeer Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasawuu fi Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Noorweey Isteevaan Kiristeensan mallatteessuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

Deeggarsichi faalama qilleensaa ittisuun kan oolu ta’uu ibsameera.

Dabalataan deeggarsi kun deeggarsa maallaqaa sagantaa Invastimantii marsaa 2ffaa kan of keessatti hammate ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.