Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa 42 irra qoqqoobbii keesse

Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa Raashiyaaf meeshaalee waraanaa dhiyeessu jette 42 irra qoqqoobbii sochii daldalaa kaa’uu beeksiifte.

Waraana Raashiyaan Yuukreen waliin gaggeessaa jirtuuf dhaabbilee deeggarsa meeshaalee waraanaa taasisanirratti tarkaanfii kan fudhattu ta’uu ibsiteerti.

Dhaabbilee Oomishaalee Ameerikaa gara Indaastirii Raayyaa Ittisaa Raashiyaaf ergan hojii adda baasuu biyyoota garaagaraa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu ibsamuu RT gabaaseera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.