Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Hora Finfinnee nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa

Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee rakkoo tokko malee nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.

Ayyaanni lammiileen miiliyoonaan lakkaawwaman irratti hirmaatan Irreechi Hora Finfinnee bara 2016 duudhaa gadaa karaa eegeen rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan kabajamee xumuramuu ibseera.

Ayyaannichi bakka Abbootiin Gadaa, Haadholeen Siinqee, Foollewwan, Qeerroowwan, Hoggantoonni Mootummaa, Dippiloomaatonni, sabaaf sablammoonni, Turistoonni biyya keessaa fi alaa argamanitti bifa hoo’aa ta’een kabajamuu ibseera.

Qaamolee milkaa’ina ayyaanichaaf qooda qaban hunda galateeffateera.

Irreechi Hora Harsadiis haaluma kanaan akka kabajamu kutaaleen hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa tumsa isaanii akka taasiisan waamicha dhiyeessuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.