Fana: At a Speed of Life!

Irreechi Hora Finfinnee haala Duudhaa fi aadaa eegeen kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee haala Duudhaa fi aadaa eegeen Finfinnee Doloolloo Buddeenatti kabajamaa jira.

Abbootiin Gadaa erga eebbaan jalqabsiisanii booda hirmaattoonni haala namuusa qabuun Irreeffachaa jiru.

Irreechi ayyaana araaraa, nageenyaa, Tokkummaa fi Obbolummaa keessatti calaqqisu faajjii tokkummaa Ummatoota Itiyoophiyaa ta’uu ibsameera.

Abbootiin fi Haadholiin Siinqee barri bara araaraa fi tokkummaa akka ta’u eebbisaniiru.

Maraa’ool Kadirtu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.