Fana: At a Speed of Life!

Aqaaqii Qaallittiitti Hoo’istuun Bishaanii dhowuun lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 8’tti hoo’istuun bishaanii dhowuun lubbuun namoota sadii darbe.

Balichi kan qaqqabe har’a mooraa Warshaa Saamunaa fi Pilaastikaa Sooshaal jedhamu keessatti ta’uun eerameera.

Balichis hoo’istuun bishaanii (Boiler) dhowuun lubbuun namoota sadii yoo darbu, hanga gabaasni kun qindaa’etti baay’inni namoota addaa hinbaanee miidhaan irra ga’uun ibsameera.

Tigisti Silashiitu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.