Humni Waloo Tikaa fi nageenyaa Abbootii Gadaa fi haadholii Siinqee waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Humni Waloo Tikaa fi nageenyaa haala kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadiirratti Abbootii Gadaa fi haadholii Siinqee waliin mari’ateera.
Humni waloo nageenyaa Ayyaanni Irreecha nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophii xumuruun hojiitti galuu Komishinarri komishinii Poolisii Fedeeralaa Jeneeraal Dammalash Gabramikaa’eel ibsaniiru.
Ayyaanichi tuuristonnii fi Sabaaf Sablammii kan irratti hirmataan ta’uu isaafi Irreechaa Horaa Finfinnee fi Harsaadiitti kabajamu hanga xumuratti humni waloo nageenyaa Abbootii Gadaa fi haadhoolii Siinqee waliin qindoominaan kan hojjeettu ta’uu dubbachuu ragaan Poolisii Federaalarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.