Fana: At a Speed of Life!

Maqaan addaa fi asxaan turizimii naannoo Hararii damee turizimii naannichaa beeksisuuf gumaacha qaba – Obbo Ordiin Badrii

Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Maqaan addaa fi asxaan turizimii naannoo Hararii damee turizimii naannichaa beeksisuuf gumaacha olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badriin ibsan.

Obbo Ordiin Badiriin maqaa addaa fi Asxaa turizimii ‘Harar Gola Hambaa jirraattu’ jedhu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ifoomsaniiru.

Maqaan addaa fi asxaan kun damee turizimii naannichaa beeksisuuf gumaacha olaanaa qabaachuu ibsaniiru.

Harar iddoo ga’umsa turizimii filatamtuu taasiisuuf misoomaa turizimiirratti xiyyeeffannoo hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.

Hojiileen naannicha giddu gala Turizimii taasiisuuf eegalame cimee kan itti fufu ta’uu mirkaneessaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.