Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Irreechaa karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa rakkoo nageenyaa malee karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.

Humnichi kabaja ayyaana bara Haaraa, Daamaraa Masqalaa fi Mawulidaa gamaaggamuun, kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee marii taasiiseera.

Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 26, 2016 kabajamu karaa nagaan akka xumuramu hojiin nageenyaa teeknooloojiin deeggarame kan hojjetamu ta’uu ibseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.