Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan hariiroo isaanii cimsuuf mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan dhimmoota hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.

Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Dooktar Ambaasaaddar Fuhaad Oobaayiduullaahii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’achuu isaanii ragaan Embaasicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.