Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Qiirqoositti torbeen ayyaana Irreechaa kabajame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoosittii torbeen ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajameera.

Kutaa magaalichaatti mata duree ‘Irreechi Faajjii tokkummaa fi Obbolummaat’ jedhuun feestivaalli ayyaana torbee Irreechaa eegalameera.

Sagantichi bakka hoggantoonni bulchiinsa magaalaa Finfinnee, kutaa magaalichaa, keessummoonni waamicha taasiifameefi kutaaleen hawaasaa adda addaa argamanitti bifa miidhagaa ta’een kabajamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.