Fana: At a Speed of Life!

Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa eebbifame

Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Galmi Shanan Gadaa Tuulamaa Magaalaa Bishooftuutti ijaarame eebbifameera.

Galmi Miseensota Shanan Gadaa Tuulamaa bara Gadaa Melbaa keessa deeggarsa Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu taasiseen kan ijaarameedha.

Sirna eebbaa Galmichaarratti Abbaa Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa, Waajira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa Dooktar Biqilaa HurrisaaDooktar fi keessummoota argamuu ragaan Kominikeeshinii Magaala Bishooftuurra argame ni mul’isa.

Shanan Gadaa Tuulamaa kan jedhaman Gadaa Roobalee, Gadaa Birmajii, Gadaa Meelbaa, Gadaa Muudanaa fi Gadaa Halchiisaa ta’uun kan beekamuudha.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.