Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin mai’atan

Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin dhimmoota bulchiinsa gaarii fi misooma magaalicharratti mari’achaa jiru.

Obbo Dastaan wayita kanaatti mootummaan gaaffii jiraattoota magaalichaa deebisuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Obbo Dastaan yaada jiraattoota magaalicha dhaggeeffachuuf waltajjicha mijjeessuu dubbachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.