Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Mawuliidaa Fulbaana 16, 2016 haala hoo’aa ta’een ni kabajama – MMWDhII

Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan Fulbaana 16, 2016 haala hoo’aa ta’een kan kabajamu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa beeksise.
Manni maricha ayyaana Mawuliidaa Masjiida Guddicha Anniwaaritti kabajamu ilaalchisee ibsa laateera.
Wayita Ayyaana Mawuliidaa waggaa kuma 1 fi 498ffaa kajabamu kan rakkate gargaaraa fi beela’aa nyaachisaan ta’uu akka qabu Itti aanaan Pireezidaantii mana marichaa Sheehi Abduulkariim Badiraddin ibsaniiru.
Ayyaannichi ayyaana jaalalaaa, nageenyaa, tokkummaa fi fayyaa akka ta’uu hawwaniiru.
Fatiyaa Abdallaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.