Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni bara haaraa Kafichoo kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Ayyaanni bara haaraa Kafichoo(Beenee Shaadeeyyee Baaroon) magaalaa Boongee Shinbattootti kabajamaa jira.

Ayyaanni Beenee Shaadeeyyee Baaroon ayyaana Saba Kafaa biratti iddoo guddaa qabuudha.

Ayyaanni kun bakka hoggansi naannolee, godinaalee fi dhalattoonni naannawichaa argamanitti kabajamaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Ummattoota Kibba Lixaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.