Fana: At a Speed of Life!

Jibuutiitti lammiilee balaa ibiddaan qabeenyi isaanii jalaa gubate waliin mari’atame

Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen naannawaa Pikaaduuz (PK12) jedhamuun beekamutti lammiilee balaa ibiddaan qabeenyi isaanii jala gubatee waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Birhaanuun lammiilee Itiyoophiyaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa qabeenyi isaanii jalaa gubate haala deebisanii dandamachiisuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Kanneen balichaan miidhaman jajjabeessuun yeroo gabaabaa keessattis Embaasiin Itiyoophiyaa achi jiru koree hundeessuun gara hojiitti akka seenamu taasisuu ragaan embaasicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.