Fana: At a Speed of Life!

Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa’eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) –Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa’eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa daawwataniiru.

Kiim Joong Uun har’a wayita magaalaa Neeviichii ga’an Ministirri Raayyaa Ittisaa Raashiyaa Sargeey Shooyiguun simannaa waraanaa cimaa taasiisaniifiru jedhame.

Kiim Joong giddugala gabbisa Niwuukilaaraa fi Misaa’eela Hayparsooniikii Neeviichii jedhamu Raashiyaan iddoo guddaa kennituufi kan Saayinsii hawaa, Waraanaa fi Teeknooloojiwwan garaagaraa itti gabbiftu daawwataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.