Fana: At a Speed of Life!

Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname

Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise.

Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa shan, jechuunis Kombolchaa, Goondar, Baahirdaar, Shawaa Roobiitii fi Awaash Arbaarraa akka qabuu beeksiseera.

Shakkamtoonni bakkootaa kanneenitti argamanis 764 akka ta’an eereera.

Kanneeniin ala suuraawwan garagaraa maxxansuun, kaampii daa’immanii fi ga’eessotaa bakkoonni jedhaman gonkumaa dhugaa akka hintaane oduuwwan ololaa ta’uu ibseera.

Sababa labsii yeroo ariifachiisaan namoota beekkamtii ajajichaan ala hidhuu fi ugguruun yakka seeraan gaafachiisu ta’uu hubachiiseera.

Kanaaf qaamolee mootummaatiinis raawwatamuu akk hindandeenye ibsuun, mootummaanis fedhii akkanaa kan hinqabnee ta’uu Ajajaichi beeksiseera.

Qaamoleen gochaalee akkaanaarratti bobba’anis gochaa isaanii kanarraa akka of qusatan ajajichi hubachiiseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.