Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise

Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa seeraa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise.

Sirreeffamtoota keessaa 12 dubartootaa ta’uu ibsameera.

Pireezidaantiin naannichaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kanneeniif dhiifam taasiisuu Hogganaan Biiroo Haqaa fi walitti qabaan Boordiin Dhiifamaa naannichaa Obbo Toomaas Maaruun ibsaniiru.

Sirreeffamtoonni dhiifamni taasiifameef kanneen turtii isaaniin namuusa gaarii agarsiisan ta’uu isaanii dubbataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.