Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa walga’ii jalqabaa gaggeesse

Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Kaabineen naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa walga’ii jalqabaa magaalaa Hoosaa’iinaatti gaggeesseera.

Walga’ii gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarsuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Naannoon Giddu galeessa Itiyoophiyaa Hagayya 13, 2015 ifatti hundaa’uun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.