Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Gaarummaa Sababeeffachuun maaddii qoodan

Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon, Guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.

Dooktar Abiy daa’imman Waajjirri Muummee Ministira guddisaa jiru 250 fi hojjettoota galii gadaanaa argataniif maaddii qooduu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Guyyaan Gaarummaa sadarkaa biyyaalessaatti mata duree “Gaarummaa Biyyaaf” jedhuun kabajamaa jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.