Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Aadde Adaanach Qaamolee nageenyaa dirqamoota biyyaarratti wareegama lubbuu fi qaamaa kaffalaniif beekkamtii laataniiru.

Lubbuu keessan osoo hin qusatiin kabaja biyya keessaniif, nagaa fi tasgabbii uummata keessaniif aarsaa ta’uun warra gatii baastan hundi, nuti nagaan baanee galuun isiniin waan ta’eef Itiyoophiyaan isin galateeffatti jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.