Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Hararitti balaan Ibiddaa mudate qabeenyarra miidhaa qaqqabsiise

Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Magaalaa Harar iddoo Balbala Shawaa jedhamuun waamamutti balaa Ibiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabuu ibsameera.

Naannawaan kun lammiilee hedduuf carraa hojii uumee kan ture ta’uu ibsameera.

Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Ka’umsa balichaa fi hanga miidhaa qaqqabee mootummaan saffisaan qorachuun kan ifoomsu ta’uu eeraniiru.

Lammiilee miidhaan irra qaqqabe deebisanii ijaaruuf hawaasa waliin deeggarsi barbaachisu kan taasiifamu ta’uu eeraniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.