Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Waajjiraa olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa Siiviilii fi Jiraattummaa eebbisiisan

Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee teeknooloojiiwwan ammayyaa’aan kan gurmaa’e Waajjiraa Olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa Siiviilii fi Jiraattummaa eebbisiisaniiru.

Waggoota 80’f jiraattota Magaalaa Finfinnee galmeessaa taateewwan murteessoon tajaajilaa kan ture, Waajjirri Eejensii Tajaajila Galmeessa Siiviilii fi Jiraattummaa teeknooloojiiwwan ammayyaa’an gurmaa’uun, sirna galmeessa siviilii biyyattii fi sadarkaa dijitaalaayizeeshiniin irraa ga’ee akkaataa argisiisuu danda’uuun ijaaramuun eerameera.

Eejensichaatti dabalataan aanaalee 33’tti teeknooloojiin deeggaramuun waajjiraale tajaajilaa kennaan eebbisiisuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.