Fana: At a Speed of Life!

Godina Booranaa Bahaa Aanaa Areerootti piroojektoonni Finnaa eebbifaman

Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Bahaa Aanaa Areerootti piroojektoonni Finnaa bishaan roobaa meetir kuubii miiliyoona 17 qabachuun lafa hektaara kuma 1 misoomsuu danda’u eebbifamaniiru.

Jilli Hoogganaa Biiroo Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa Injinar Girmaa Raggaasaan durfamu Piroojektii kana eebbisiiseera.

Piroojektoo Finnaa 7, Birrii biiliyoona 2 oliin hojjatamaa jiran keessaa 12 xumuramuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.